Leenjii Hubannoo uumu
Waajjirri Konistiraakshinii Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa Biiroo Konistiraakshinii Oromiyaa waliin ta’uun leenjii hubannoo uumu kenne.
Ijaarsa Buufata Konkolaataa Magaalaa Yaa'a Bal'oo
Ijaarsa Buufata Konkolaataa Magaalaa Yaa'a Bal'oo
Ijaarsi daandii ispaaliti magaala danbidolloo
Ijaarsi daandii ispaaliti magaala danbidolloo bajaata mootummaa qarshii naannoo milliyoona 200 ta’un gurrandhaala bara 2006 egalun hojjetama jira
Siimpooziyeemiin Konstiraakishinii Oromiyaa
Siimpooziyeemiin Konstiraakishinii Oromiyaa Mata-Duree ‘Siimpooziyeemiin Konistiraakshinii Oromiyaa Haaromsa Biyya Keenyaaf Jedhuun Galma Waltajjii Koomishinii Dinaagdee Afriikaa“ECA”tti, Gaggeefamera
Hirmaattota Leenjii
Hirmaattota Leenjii Mata-Duree Koorniyaa Idileessuu irratti Hirmaatanni

Oduu Haaraa

Rakkoo maxxansa Naannoo Oromiyaa hiikuuf piroojektii ijaarsaa mana maxxansaa oromiyaa (TBO) hojjetama jira. Bara 2007 tti kan jalqabe mani maxxansa TBO yeroo amma mashinoota maxxansaa biyyaa alaa irraa galchun dhabbutti jira.
Beeksisaa . . .

Beeksisaa . . .

03/09/2019 | Oduu Haaraa | Web Master
Hits: 2526
Abbaan Taayitaa Konistiraakshinii Oromiyaa deddeebii fi baasii hin barbaachifneef saaxilamuu tajaajilamaa/ maamilaa furuu fi tajaajila siya’ataa,hawwataa fi yeroo qusatu kennuuf tajaajiloota kanneen akka: Heeyyama ogummaa Ijaarsa walii gala haaraa kennuu . . .
Gurmuu Walii Ta’uun Industirii Konistiraakshinii Naannoo Keenyaa Haa Ceesifnu!! Abbaan Taayitaa Konistiraakshinii Oromiyaa Walta’insa Waldaa Kontiraaktaroota Naannoo Oromiyaatiin sagantaa marii guyyaa tokkoo Magaala Finfinneetti taasiseera. Sagantichi hoggansa olaanoo federaalaa fi . . .
Leenjiin Walta’insa Abbaa Taayitaa Konistiraakshinii Oromiyaa fi Inistiitiyuutii Bulchiinsa Pirojektii Federaalaa Waliin Guyyaa ‘10’niif Magaala Adaamaatti Kennamaa ture xumurame.Leenjichi leenjii teekinikaa ogeeyyii Abbaa Taayitaa Konistiraakshinii Oromiyaa Sadarkaa Sadrkaan jiranii fi . . .
Seektarri Abbootii Pirojektii ATKO waliin Qindoominaan hojjachuuf Karoora Qindoominaa ji’a jahaa Qopheeffachuuf waliigalan. Marii kana keessattis pirojektii bara kanaaf karoorfame waldubbisaa qindoominaan hojjachuudhaaf ji’oottan jahan fuula duraa kanaaf karoora ifa . . .

Abbaan Taayitaa Konistiraakshinii Oromiyaa deddeebii fi baasii hin barbaachifneef saaxilamuu tajaajilamaa/ maamilaa furuu fi tajaajila siya’ataa,hawwataa fi yeroo qusatu kennuuf tajaajiloota kanneen akka:

  • Heeyyama ogummaa Ijaarsa walii gala haaraa kennuu
  • Heeyyama ogummaa Dizaayinii walii gala haaraa kennuu
  • Heeyyama ogummaa Ijaarsa Bishaanii haaraa kennuu
  • Heeyyama ogummaa Dizaayinii Bishaanii haaraa kennuu
  • Heeyyama IMX Qophii Pilaanii Gamoo haaraa Kennuu
  •  Heeyyama kubbaniyaawwan konistiraakshiinii /kontiraakteraa fi Gorsaa/ sadarkaa 6ffaa hangaa 10 ffaatti jiru haaraa kennuu fi haaromsuu. armaan dura sadarkaa naannootti keennaa ture sadarkaa godinaa fi magaalaatti gadi buuseera. Kanaafuu Hagayya 27 /12/2011 irraa eergaluun maamiltootni keenya sadarkaa godinaa fi magaalatti akka tajjajjilamtan ni beeksifna.

Taateewwan

October 2023
M T W T F S S
1
2 3 4 5 6 7 8
9 10 11 12 13 14 15
16 17 18 19 20 21 22
23 24 25 26 27 28 29
30 31

Beeksisa

ABBOOTII DHIMMAA HUNDAAF . . . Read More . . .

Downloads

Visitor Counter

Today 23

Yesterday 23

This Week 23

This Month 46

All 45342

 © 2017 Oromia Construction Bureau.  All Rights Reserved. Designed and Implemented by: Bekele A.